Telegram Group Search
Baalee Lixaa Aanaa Agaarfaatti 11 Du'an Gaggeessuun 13 ammoo Juulaati Rifeer godhe.
IUOf
Hirmii Baafadhaa

Akkuma qiyyaafatuti dursame jira qaxalee ijoolle abbaa caaliin
Bobbaan Irbuu Shinniggaa Milka'aa Jiraachu Isaa Biraanu Julaa Dhugaa Bahee Jira.

WBOn kan duriirraa gurma'uun waraana biyya eega jenne abdannu hunda nu harkatti fixe isaarra darbuun meesha ammayyaa birr Biliyoona heddun galchiine nu jelaa guurun gara isaatti naannesse jira jechun utuu itti yaadin dhugaa jiru dubbate jira.

Oromoon kabajame ollaa isaa waliin buluu yoo fedhe kanarra dachaan yoo ijoolle isaa hidhachiise qofaa dha.

IUOf
π™’π˜½π™Šn 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧π™ͺ
Eeruu

Inbox πŸ“¨
Amma halkan kana humni dabalataa Aayirarraa Yuubdootti fe'amee baheera.
Jaallan naannoo sana jiran akka of eeggatan dhaamsa dabarsi.

OROMIYAAN BIYYA
Bobbaa Irbuu Shinniggaan WBOn zoonii Madda Albuudaa injifannoo boonsaa galmeessun
~63 yoo dacheen makuu
~47 refer gara Bireetti erguun
Meeshaa ammayyaa
~AKM 24
~PKM 2 dhuunfachun imala isaa itti fufee jira.
IUOf
π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž
Injifannoo Boonsaa Q/Maallimaa

Special Commando K/Abiyyi guyyaa kaleessaa Shawaa kibba lixa aanaa Qarsaa Maallimaa magaalota Geetoo fiJimaateeti bobbaase leencichi baarudan macheessun
~63 Biyyeeti Makee
~21 Madoo Dandammii hin qabnen yoo gaggeessu ishee keessaa ammoo 7 galgala hospitaala Leemmanitti  lubbuun keessaa harateera.

Maati Wareegamtoota sirna Bilxiigginaaf jajjabinaa hawwinaa.

IUOf
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Irraa Dhuunfate Deebise Ittin Tumaa Jira Leencichi.
IUOf
Odeessa Kaabaa

TDF faandoo ariitee gobdee lafashee keessaa yaasaa jirti Waaldibbaa fi maayixamirii qabattee amma. Faandoon kottee nabaasii jechaa jirti. πŸ˜‚
Ibiddaaf Cidii Ta'aa πŸ™Œ
Barsiisonni Aanaa Qilxuu Kaarraa mindaan jalaa β€œugguramuu” hordofee bulchiinsa aanicharratti himata banan

Godina Wallagga Lixaa aanaa Qilxuu Kaarraatti barsiisonni 640 ol manneen barnoota garagaraa keessatti barsiisan maallaqa ijaarsa waajjira paartii Badhaadhinaa aanichaaf mindaa isaanirraa akka hin kutamne mormuu isaanii hordofee mindaan ji’a lamaa guutumatti akka hin kaffalamneef himan.
Eritrean Ismbaasi Ishee Finfinnee Jiru Cuftee Jirti.
Jaalalli K/Abiyyii fi Isaayyasis Ifaan Adda Citee Jira.

Oromoon Falmii Kee Jabeessi.
Suuraa kana gaafa kaatan eenyu akka achi ture ni yaadattu garuu yaa warra farra riphee lolaa ofiin jedhu 🀣
Ati bosana keessatti loluuf qophoofta ani sima cinan jira.🀣

Impayeera Galata Hin Qabneef Ofuuma Du'a Saree Hin Du'iin
Kan argaa jirtan kun hundi kan WBOn leenjise eebbisaa jiru isintti hin fakkaatin kan Bobbaa Irbuu Shinniggaatin leencichi booji'e walitti guure dha.
π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž
Injifannoo WBO Zoonii Bahaa
Magaalaa guddoo godina Harargee lixaa Cirootti tarkaanfii guggubduu humna diinaarratti fudhateen Injifannoo boonsaa galmeeysee jira.
Olmaa Qeerroo πŸ€”
Ministeerri dhimma alaa Impaayeerittii obbo Mallas Alem hojii ministeerummaa isaa dhaabuu beeksisee jira. Impaayerattiin diigamaa jirti gaafa jennu callisnee miti.

OROMIYAAN BIYYA!

IUOf!
Eeruu

Shaggar Bahaa Karrayyuu Fantaallee fi Harargee Lixaa aanaa Ancaar irraan pp'n wal qunnamtee duula (operation) goona jechaa jirti.

Jaallan dammaqiinsaan socho'aa
Qurxummichi Hanguuma Galanichaa Horee Bayyachaa Jira.
IUOf
Aanaa Ganjii

Godina wallagga lixaa aanaa Ganjiitti bakka albuuda Warqee bara mootummaa Wayyaanee irraa kaasee baasuun investirootni chayinaa akka biyyeetti ammaarrachuun wayyaanota waliin hirmachaa turte! Bara sana gochaan badii mootummaa Wayyaanee OPDO Uummata naannoo sanaa biratti dallansuu uumaa ture! Kunis kanta'eef investerootni kunniin warqee hedduu irraa guurrachuu malee bu'aan uummatni naannoo argate hinjiru! Achirraa kaasee qabeenyi Kun qabeenya Uummata Oromooti malee qabeenya gabroonfataa miti jechuun WBOn bara 2006 irraa kaasee akka albuudni Warqee Kun hinsaamamne jechuun investeroota chainaa kana irraa ari'ee jira!

Haa ta'uutii baatii darban kana keessa mootummaan PP hojiin albuuda baasuu Kun humnaan akka jalqabu jechuun waraana federaalaa hedduu naannoo warqeen ba'u kanatti humna guddaa bobbaasuun warqaa baasuun akka eegalu godhe!

Nutis baatii darbe kana keessa akeekkachiisa cimaa itti kenninee turre! Kanumaan Wal qabatee WBOn bakkichatti tarkaanfii cimaa fudhachuun waraana federaalaa kana hedduu ishee achirraa ajjeesee jira!

Ammas itti fufa!

Uummatni oromoo naannoo kaampii kanaatti akka hindhiyaanne ammas cimsinee isinitti himna!
Eebba Doktooroota WBO baha shaggar
Keenya fulduratti
Warri Kun warra ifaan malate lubbu olfatedha.
Afaan waranaan booji'aama isa jedhan.
π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž
2024/06/14 21:29:14
Back to Top
HTML Embed Code: